Dhabbaata hojii Tola Ooltummaa የበጎ አድራጎ ሰራ ድርጂት።
ዎጌንለዎጌን
15/08/2023
1
Dhaabata hojii Tola Ooltumaa Godina Gujii Lixa Aa/Du/Daawwaa
Hojilee Gurgudoo Dhabbaaticha
Fknf
Qaama midhaamtoota Gargaruu
Manguddoo namaa isaan gargaruu hin qabnee gargaruu fi
Daa’imaan daandii irraa jiraatan
Sabaaba hongeetiif waraanatii maatii midhaama
Misooma biyyaa kessaatti gahee ni qabaata
6,Bu'aa ykn fayda missensii dhaabbaticha argachuuf danda'uu
Kutaa tokko (1)
Qaama miidhamaa
Qaama miidhama jechuun nama qaama isaa uumamaa keessaa tokko sababa uumamaa yokiin nam-tolcheetiin qaamni isaa hirdhuu ta’e kan qotachuu bocachuus hin dandeenne ofiin bayee galuu hin dandeenne fkf
Ilaan kan hin argine
Harka tokko ykn lamaanuu kan hin qabne
10, Miila tokko ykn lamaanuu kan hin qabne
11, Kan harkaan lafarra deemu
12 , Wilcheriin kan deemuykn kiraanchiin kan deemu
13 , Miidhamaa sammuu fi kkf jechuudha
2, Maanguddoo Nama Isaan Gargaaru Hin Qanne
Maanguddoo nama isaan gargaaru himnqanne jechuun namoota mana gandaa keessa jiraatan ykn kan isaan keessa jiraatan kan dullooman abbaa manaa fi haadha manaa ta’anii kophaa isaanii kan jiraatan maatii ilma ykn intalaa kan firaas kan hin qanne gargaarsa mootummaa fi waaqaan kan jiraatan dhiqachuuf bishaan waraabbachuu kan hin dandeenne, waan nyaatan kan uffatan waan irra bulan fi mana keessa bulan kan hin qannee fi manni isaanii dullome kan irratti jigaaru(kufaaru) qorraan halkan rooba dhimisu fi hoo’a aduutiin miidhamaa kan jiran jechuudha.
3)Daa’imman daandii irra jiraatan
Daa’imman daandii irra jiraatan ykn barandaa adaarii daa’immaan daandii irra jiraataniin wal qabatee, akkuma beekkamu magaloota gurgurdatan kamiiyyuu keessaattii daandii irratti bobboo’aan bulan hin
1, tokko tkko waan maatiin jalaa dhumaniif
2, tokko tokko maatiin isaanii harka qalleeyyii waan ta’aniif fedha isaanii gutuu waan hin dandeenneef sababa kanaan daandii irratti boba’aan kan jiraatan magaalota hunda keessatti kan argaman yoo ta’u garuu, haala qabatamaa aanaa kennaa yoo ilaallu kanaan dura bar
25/07/2023
Daimaan yoo waaqaa galattessaan umriin Tajaajila dangeessuu hin jiruu አግልግሎት የሚገደቢብት እድሜ ያለውም
Kitabii woyyichii yoo dubaatu akkaas jedhaa kan Ani ilmaan Nama dadeef ykn umeef akka issaan naa ulffeessaniif jedhaa
08/06/2023
Godina Gujii Lixa Aannaa Dugdaa daawwaa magalaa fincawwaa qonnaa bara 2015 tiin kunoo hunger yeroo dheraa turee bodaa waaqii akkaassii nuu eebbissee Jira galatassa thanks a God hojii harkaa Kee eebbissaa Mata malee eeggee hin tatuu hin liqeessita malee hin liqeeffatuu akkuma jedhame bara'e galatassa akkasitii nuuf rawatamee jira
02/05/2023
DHUFAATIN KOO GA'EERA JEDHA GOOFTA;
1=> Qalbii Jijjiradha
2=> Gara Koo Kootta
3=> Jabaadha Kadhadhaa
4=> Wan Qajeelaa Hojjedhaa
5=> Daandi Kootti Deebi'aa
6=> Nama Itti Gadditanif Dhiifama Gochu hin Dagatina
7=> Nama Waltti Gadde Gorsaa Araarsa Baasa
8=> Nama Rakkate Rakkinaa Baasa
9=> Kan Beela'e Beela Baasa
10=> Kan dheebote dheebu baasii" Sheer Godhii Nama 11 Imaana Waaqayyoon Sirra Kaa,e Dabarsi Qabatte Hin Taa'in Hadara Of Irra Dabarsi ilaalte Imaanaa Hin Nyaatin !!!!!!
11/03/2023
E/Geejjiba Aa/qarcaa beeyladoota Aanaalee Godina Gujii Lixaattii Hongeen Midhamaa Jiranuuf Deegarsa Taasifame Aa/dug/daawwaa Dhaqabee Jira
Guyyaa 02-07-2015
11/03/2023
Hojii Gariin Boqonnaa Samuutii
11/03/2023
Deeggarsa lammilee Gujii kan Aa/dug/Daawwaa Hongeen Midhamaniif Ejeensii Geejjiba Godina Gujii Lixaattiin Gaaffaa Guyyaa 2-07-2015
10/03/2023
10/03/2023
10/03/2023
Haree Didaa Ykn Zebra Sababa Hongee Idoo Iti Jirachuuf Dandeesissuu Barbachaa oliif Gadii Osoo Demtu Aa/dugdaa Daawwaa Keessattii Dandii Konkolata Irraa Osoo Qaxamuraa Jirtu Kuftee Midhamtee Osoo Hongee Dheeta Jirtu Rakkoo Dabalataaf Saxilamte Aa/dugdaa Daawwaa Nannoo Dhakkaa Caassaa Guyyaa 1-07-2015
Category
Telephone
Website
Address
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Dhabbaata hojii Tola Ooltummaa የበጎ አድራጎ ሰራ ድርጂት። posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.